Our website uses necessary cookies to enable basic functions and optional cookies to help us to enhance your user experience. Learn more about our cookie policy by clicking "Learn More".
Accept All Only Necessary Cookies
Bulgicha Nyaachisi! icône

103 by Curious Learning


Jul 10, 2020

À propos de Bulgicha Nyaachisi!

Tapha barnootaa kan ijoolleen akka dubbisuu dandeettu gargaaru !

Bulguu Nyaachisii’n bu’uroota dubbisuu ijoollee barsiisa. Tapha keessatti, ijoolleen killee guuruudhaan qubee fi jechoota nyaachisuudhaan killeelee hiriyyoomfatu !

Ijoolleen qubee addaan baafachuu baratu, fi jechoota kaasuu fi dubbisuu. Tapha kana taphachuun, ijoolleen barnootaan cimoo tahu, akkasumas jechoota sassalphoo dubbisuuf qophii tahu. Ijoolleen keessan akka baratanii fi milkaawan barbaanna !

Bulgicha Nyaachisii'n 100% bilisa. Takka fe'amnaan, Intarneetni sin barbaachisu ! Dhaabbiilee barnootaa bu’aa-malee CET, Apps Factory, fi Curious Learning jedhamaniin hojjatame.

Iccitummaa :

Poolisii Iccitummaa Barnoota Xiinxallii – Bulgicha Nyaachisi

Barnoota Xiinxallii akka ijoolleen hunduu mobaayila irratti barachuu danda'an dandeessisuuf hojjanne. Iccitummaan ijoollee fi maatii isaaniitiif barbaachisaa tahuu ni hubanna. Fuulli kun odeeffannoo akkam akka sassaabnu, akkamitti akka fayyadamnu, fi tiikfama isaa akkatti eegsifnu siif ibsa.

HOJUMAATONNI BARNOOTA XIINXALLII ODEEFFANNOO AKKAM SASSAABU?

Odeeffannoo akkaataa lamaan sassaabna: hujumaata keessaa maal akka fayyadamtuu fi yeroo hujumaata irratti cuqaaftu sassaabna, fi iddoo hujumaanni Keenna itti fayyadamamu baruuf iddoo ati jirtu ni barra. Odeeffannoo dhuunfaa kan sii fi ilma kee rakkoof saaxilu kan akka maqaa fi lakkoofsa bilbilaa hin sassaabnu.

BARNOONNI XIINXALLII ODEEFFANNOO SASSAABU AKKAMITTI FAYYADAMA ?

Daataa hujumaata keessaa hujumaata Keenya fooyyessuu fi iddoo hujumaanni Keessa itti fayyadamamu baruuf sassaabna. Fakkeenyonni akkaataa itti daataa kee fayyadamnu hangi tokko isaan asii gadiiti :

Qo'attoota akkaataa hujumaata barnootaaf itti fooyyeffamu qo'ataniif ni hirra. Bu’aan qo’annoo kanaa barsiisotaa fi qo’attootaaf gama konfaransootaa fi maxxansamaan ni raabsama.

Daataa argannu hubannotti jijjiiruuf ni sakattaana, fakkeenyaaf, hujumaata keessaa tapha kamtu irra taphatamaa baruuf.

BARNOONNI XIINXALLII AKKAMITTI SIIF ODEEFFANNOO KEE TIIKSA?

Hujumaanni Barnoota Xiinxallii odeeffannoo dhuunfaa saaxiloo tahan hin sassaaban.

Akkaataa itti itti fayyadamnu sarvaroota Keyarra Keenya, Fulbaana 2017 irraa eegalee Amazon kaahamu.

Qo’attoonni kun daataa kanneen argachuuf walii-galtee gamtummaa kan poolisii itti-fayyadamiinsa daataa fi nagummaa dataa Barnoota Xiinxallii wajjiin malatteessuu qabu.

QUUNNAMTII

Gaaffii, dhimmama, yk yaada poolisii iccitummaa kanarratti yoo qabaatte, maaloo [email protected] irratti nu quunnami.

-----

Feed The Monster enseigne aux enfants les bases de la lecture en oromo. Collectez des œufs de monstres et donnez-leur des lettres pour qu'ils puissent devenir de nouveaux amis !

QU'EST-CE QUE NOURRIR LE MONSTRE ?

Feed The Monster utilise des techniques éprouvées de « jouer pour apprendre » pour impliquer les enfants et les aider à apprendre à lire. Les enfants aiment collectionner et élever des monstres tout en apprenant les bases de la lecture.

TÉLÉCHARGEMENT GRATUIT, PAS DE PUBLICITÉ, PAS D'ACHATS INTÉGRÉS !

Tout le contenu est 100% gratuit, créé par les organisations à but non lucratif d'alphabétisation Curious Learning, CET et Apps Factory.

CARACTÉRISTIQUES DU JEU POUR PROMOUVOIR LES COMPÉTENCES EN LECTURE :

• Puzzles phonétiques amusants et captivants

• Jeux de traçage de lettres pour faciliter la lecture et l'écriture

• Jeux de mémoire de vocabulaire

• Niveaux stimulants « uniquement sonores »

• Rapport de progrès parental

• Connexion multi-utilisateurs pour la progression de chaque utilisateur.

• Monstres à collectionner, évolutifs et amusants

• Conçu pour promouvoir les compétences socio-émotionnelles

• Aucun achat intégré

• Aucune publicité

• Aucune connexion Internet requise

DÉVELOPPÉ PAR DES EXPERTS POUR VOTRE ENFANT.

Le jeu est basé sur des années de recherche et d'expérience dans la science de l'alphabétisation. Il intègre des compétences clés pour l'alphabétisation, notamment la conscience phonologique, la reconnaissance des lettres, la phonétique, le vocabulaire et la lecture de mots à vue afin que les enfants puissent développer une base solide pour la lecture. Construit autour du concept de prendre soin d'une collection de monstres, il est conçu pour encourager l'empathie, la persévérance et le développement socio-émotionnel des enfants.

Quoi de neuf dans la dernière version 103

Last updated on Jul 10, 2020

Families policy update.

Chargement de la traduction...

Informations Jeu supplémentaires

Dernière version

Demande Bulgicha Nyaachisi! mise à jour 103

Telechargé par

Ahmed Eleraky Magiver

Nécessite Android

Android 4.1+

Available on

Télécharger Bulgicha Nyaachisi! sur Google Play

Voir plus

Bulgicha Nyaachisi! Captures d'écran

Charegement du commentaire...
Langues
Abonnez-vous à APKPure
Soyez le premier à avoir accès à la sortie précoce, aux nouvelles et aux guides des meilleurs jeux et applications Android.
Non merci
S'inscrire
Abonné avec succès!
Vous êtes maintenant souscrit à APKPure.
Abonnez-vous à APKPure
Soyez le premier à avoir accès à la sortie précoce, aux nouvelles et aux guides des meilleurs jeux et applications Android.
Non merci
S'inscrire
Succès!
Vous êtes maintenant souscrit à notre newsletter.