Galata Gooftaa


1.7 par BeckyTech
Jan 19, 2023 Anciennes versions

À propos de Galata Gooftaa

Kadhannaa Galata Gooftaa Kan Yeroo hundaa

Galanni gooftaa kann yeroo hundaa kun wiixataa hangaa sanbataa guddaatti kadhannaa kadhattamu hundaa kan de keessa qabudha. Kadhannaaf namoota hundaafi bakka jiraan maraati akka itti fayyadamu danda'annif immoo fedhaa waaqayyoo ta'ee sagalee wajjiin waan qophaa'eef namootni hundii haalla kadhannaaf tolun kadhachuu, galateeffachu akkasumas waaqayyoon ittin wammachuu ni danda'uu. Anis app kana gaafan hojjedhe isiin biraan ga'uu keessi koo baay'ee itti gammadadha. Waan gaarii hojjechu, takkummaan waan guddaa hojjeechu miti. Adeemsan ta'aa waan ta'eef gara fulduraattis fedhaa waaqayyoo ta'ee app biraas itti fufuun nan hojjedha. Galanni Waaqayyoof haa ta'u. Waaqayyoon bakka jirtan hundaatti isin haa eebbisuu !

Quoi de neuf dans la dernière version 1.7

Last updated on Jan 23, 2023
The new version contains
- bug fixed
- new contents arrangement
- performance improved

Informations Application supplémentaires

Dernière version

1.7

Telechargé par

Tran Trungden

Nécessite Android

Android 5.0+

Available on

Voir plus

Use APKPure App

Get Galata Gooftaa old version APK for Android

Téléchargement

Use APKPure App

Get Galata Gooftaa old version APK for Android

Téléchargement

Alternative à Galata Gooftaa

Obtenir plus de BeckyTech

Découvrir