Macaafa Qulqulluu


1.0.4 par Robsan Mako
Feb 9, 2020

À propos de Macaafa Qulqulluu

Les livres de l'Ancien et du Nouveau Testament à Afan Oromo

Macaafa Qulqulluu

Onesmus Nesib namni biyya Oromoo bar 1899 ti Macaafa Qulqulluu afaan Oromootti hiikee maxxansiisuudhaan saba Oroootiin ga’ee sabni keenya sagalee Waaqayyoo afaan isaatiin akka inni dubbiffatu godhe. Waggaa 120 booda, bara digitalaa (Digital Age) jedhamuundhaan kan beekamu jaarraa 21ffaa keessa akka itti ilmaan namootaa waa dubbifatan geeddaramaa dhufe. Har’a namni baayyeen waa dubbisuudhaaf meeshaa harkatti baatamu (appareil mobile) tti fayyadama. Kana hubannaa keessa galchuudhaan karaa Tokkumma Woldootii Oromoo Warra Wangeelaa Awurooppaa Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo kana dubbisoota jaarraa 21ffaaf yeroo dhiheessinu gammachuu guddaatu ​​nutti dhaga’ama; dubbistanii akka itti eebbifamtanis abdii qabna!

L.Dr. Tasgara Hirpo

Robsan Mako

Développé par Waktola Merdassa

waktolam@gmail.com

Amajji, 2020

Informations Application supplémentaires

Dernière version

1.0.4

Nécessite Android

4.0

Signaler

Signaler comme inapproprié

Voir plus

Alternative à Macaafa Qulqulluu

Obtenir plus de Robsan Mako

Découvrir