Maqaa Oromoo


3.0 par Gulele Software And Application Development
Feb 15, 2019 Anciennes versions

À propos de Maqaa Oromoo

Appilikeeshiniin kun maqaawwan heddu kan qabuufi maqaa moggaasuu danda'a.

Akkuma beekkamu namni hunduu erga dhalatee maqaa barbaada. Yeroo heddu maqaa kan moggaasu maatiidha. Maatiin immoo maqaa hunda maqaa ta'eef jecha cal jedhee namatti hin moggaasu.

-Aappilikeeshinni kunis akka maatiin ijoollee isaaniif maqaa gaggaarii eenyummaa isaanii calaqqisu, kan oromummaa isaanii ibsu haala salphaa ta'een akka filataniif qarqaara. Applikeeshiniin bilbiloota 'android' MAQAA OROMOO jedhamu kun maqaawwan Oromoon ilmaan isaatti moggaafatu heddu bakka tokkotti walitti qabee haala bareedaadhaan isiniif dhiheesseera. Kana malees Applikeeshiniin kun haala salphaa ta'een banamee kan itti fayyadamuun danda'amuudha.

Quoi de neuf dans la dernière version 3.0

Last updated on Feb 17, 2019
-UI Improved
-bugs fixed

Informations Application supplémentaires

Dernière version

3.0

Telechargé par

حمودي الصالحي الصالحي

Nécessite Android

Android 4.0+

Available on

Voir plus

Use APKPure App

Get Maqaa Oromoo old version APK for Android

Téléchargement

Use APKPure App

Get Maqaa Oromoo old version APK for Android

Téléchargement

Alternative à Maqaa Oromoo

Obtenir plus de Gulele Software And Application Development

Découvrir