Our website uses necessary cookies to enable basic functions and optional cookies to help us to enhance your user experience. To agree the use of optional cookies, please click "Accept All". To reject optional cookies, please click "Only Necessary Cookies". To learn more about how do we use cookies, please click “Learn More” to visit our cookie policy.
Accept All Only Necessary Cookies Learn More
Qormaataa fi Leenjii Konkolaac icône

4.0 by Ethiomapps


Mar 2, 2021

À propos de Qormaataa fi Leenjii Konkolaac

Français

Appii qormaataa fi leenjii konkolaachisummaa de kessatti qabate.

Appii qormaataa fi leenjii konkolaachisummaa Afaan Oromoon qophessuuf kan nakakaase rakkoo balaa tiraafikaa heddummataa dhufee lubbuu namaa ballessuufi hanqinaa mootummaan hordoffii leenjii konkolaachisummaa irraattii qabuu xiqqachuu isaatii.Akkasumaas appiin Afaan Oromo'amatia daniisophabilee daniisophabilee danihahabilean qagauuummaa daniisophabilean qagauuaatii daniisophabilee daniiu abilee Hangaan dhalataa biyyaa kana ta'ettii rakkoolee hawaasaa furuun dhirqamaa koo waan ta'eef appii kana keessatti gafilee fillanno, dhugaa fi soba akkassumas mallattoolee daandii irraa walittii qabataan kitaaboota heddu dubbisuun kaan ammoo afaan amaaraa irraa hiikuun de itfula galcheeraaffo. Innii guddaan ammoo leenjii yaalii jalqabaa vidiyoo yutiiyubii irraa kanan ittii galchee yeroo tahuu konkolaachistota hundaaf bayyee gargaara dha. Dhummaa irrattis ogummaa konkolaachisummaa akkasumaas konkolaataan akkammitti dalagaa kan jedhuu vidiyoo youtiyubii ittii galcheen jiraa. Rakkooleen qubee yoo jiraatani, gaffifii deebii irraatti deebiin dogongoraa yoo jiraatees anii nama tokko emeelii kiyyaan [email protected] na-qunnamaa galatoomaa.

Quoi de neuf dans la dernière version 4.0

Last updated on Mar 2, 2021

Minor bug fixes and improvements. Install or update to the newest version to check it out!

Chargement de la traduction...

Informations Jeu supplémentaires

Dernière version

Demande Qormaataa fi Leenjii Konkolaac mise à jour 4.0

Telechargé par

Ko Min Gyi

Nécessite Android

Android 4.1+

Voir plus

Qormaataa fi Leenjii Konkolaac Captures d'écran

Charegement du commentaire...
Langues
Langues
Abonnez-vous à APKPure
Soyez le premier à avoir accès à la sortie précoce, aux nouvelles et aux guides des meilleurs jeux et applications Android.
Non merci
S'inscrire
Abonné avec succès!
Vous êtes maintenant souscrit à APKPure.
Abonnez-vous à APKPure
Soyez le premier à avoir accès à la sortie précoce, aux nouvelles et aux guides des meilleurs jeux et applications Android.
Non merci
S'inscrire
Succès!
Vous êtes maintenant souscrit à notre newsletter.