Our website uses necessary cookies to enable basic functions and optional cookies to help us to enhance your user experience. Learn more about our cookie policy by clicking "Learn More".
Accept All Only Necessary Cookies
Saayinsii walii galaa kutaa 7 icône

1.3 by BeckyTech Co. Ltd


Jan 11, 2024

À propos de Saayinsii walii galaa kutaa 7

Français

App'n Kun Kitaaba Saayinsii Waliigalaa Kutaa 7ffaatti

App'n kan haalla salphaafi namaatti tolun yeroo hojjenne isiniif dhiyeessinu baay'ee gammadna. App'n kana keessattis immoo wantii isiin argitaan hundii kitaaba wajjiin wal qixeedha.

Saayinsii akka qaama beekumsaa, adeemsoonnifi gochaaleen qaama beekumsichaa saayinsii gabbisuuf fayyaduutti hiikuun ; dameewwan saayinsii uumamaa addaan baasuun hariiroo isaan gidduu jiru ni ibsita ;

Dhiibbaa gaariifi badaa hojiirra olmaa saayinsiifi teeknoolojiin jireenya kee irratti, jireenya nama biroo irrattiifi naannoo irratti qabu ni ibsita ;

Saayinsiifi teeknoolojiin addunyaa hubachuu keessatti gaheefi gumaacha qaban ni dinqisiifatta ;

Fakkeenya saayintistoota beekamoo addunyaafi Itoophiyaa ; saayinsiifi teeknoloojii keessatti gumaacha taasisaniifi waan isaan gumaachan ni ibsita ;

Faayidaa duudhaaleen saayinsaawaa murtee kennuufi rakkoo hiikuu keessatti qaban ni ibsita ;

Akkaataa saayinsiifi teeknoloojiin ; amantaalee, barmaatilleefi akkaataa yaaduu nama tokkoo irratti dhiibbaa qaban ni ibsita ;

Meeshaalee daawwanaa, safaraafi walqabsiisuuf fayyadan kanneen akka maayikirooskoppii, meeshaalee yaalii, daawwitiiwwanifi leensiiwwan goobaafi golbaa filachuun itti fayyadamta ;

Yaaliiwwan dalaguufi meeshaalee yommuu itti fayyadamtu ofeeggannoo mana yaalii ofiifis ta'ee namoota birootiif xiyyeeffannaa nikennita ;

Argannoowwan qorachuufi bu'aa argannoo ibsuu keessatti garee waliin waliigalteen nihojjatta ;

Maddawwan garaagaraa fakkeenyaaf manneen kitaabaa, gaazexaawwan, namoota naannootti beekumsa qaban, muuxannoowwan naannoo, intarneetiifi kan kana fakkaatan fayyadamuun odeeffannoo walitti niqabatta ;

Mana yaalii keessatti yommuu hojjattu balaawwan uumamuu danda'an adda baasuun adeemsota ofeeggannoo sirrii ta'an hojii irra ni oolchita.

Quoi de neuf dans la dernière version 1.3

Last updated on Jan 11, 2024

Version 1.3 brings a host of enhancements:
Bugs have been eradicated, leading to a smoother experience.
Performance has been fine-tuned for optimal speed and efficiency.
Ads have been eliminated, providing an uninterrupted user experience.
The user interface has been refined for greater ease of use.

Chargement de la traduction...

Informations Application supplémentaires

Dernière version

Demande Saayinsii walii galaa kutaa 7 mise à jour 1.3

Telechargé par

Vỡ Tan

Nécessite Android

Android 5.0+

Available on

Télécharger Saayinsii walii galaa kutaa 7 sur Google Play

Voir plus

Saayinsii walii galaa kutaa 7 Captures d'écran

Charegement du commentaire...
Langues
Langues
Abonnez-vous à APKPure
Soyez le premier à avoir accès à la sortie précoce, aux nouvelles et aux guides des meilleurs jeux et applications Android.
Non merci
S'inscrire
Abonné avec succès!
Vous êtes maintenant souscrit à APKPure.
Abonnez-vous à APKPure
Soyez le premier à avoir accès à la sortie précoce, aux nouvelles et aux guides des meilleurs jeux et applications Android.
Non merci
S'inscrire
Succès!
Vous êtes maintenant souscrit à notre newsletter.