Use APKPure App
Get Walaloo Harmee old version APK for Android
Walaloo Harmee - Walaloo Haadhaa
Haati hunda keepyaaf baay'ee kan faayamtedha, Namni haadha ofii jabeessee ni jaalata. Tarii kanaaf ta'uu danda'a amantii fi hawaasa hunda keessatti namni ijoo kabajamuu qabu yoo jiraate Harmee dha. sana booda abbaa fi firoottan biroo akka ta'e himama. Yeroo tokko tokko haadha sharpya jaalala akkamii akka jaalannu ibsuun nu rakkisa, sana booda walaloo miira sharpya ibsu barbaanna ta'a. Jaalala Haadhaa Walaloon ibsuun namoota hedduu biratti baay'ee beekamaa fi filatamaa kan ta'eedha. Kanaarraa ka'uun ; nutis mosaajii "Walaloo Harmee" Afaan Oromootin qophaaye kan jalqabaa dhiheessinee jirra.
Walaloo Mosaajii kana keessatti argaman keessaa muraasa :
Oolmaa guguddaa qabda
Boqonnaa de dhorkite
Namuummaadha baate
Guddistee nama goote
Gatii Harma keetii
Waa'een isii jabaadha
Jecha sigitu dhabe
Gammachuu koo fudhu
Seenaan kee baay'eedha
Siif himuu dhugaa kee ?
Dhiiga keerraan argame
Ati furtuu jireenyati
Ati Eenyumaan oli
Imimmaanin sirraa haqa
Garaan kee arjadha
Rakkoo koof rakkatta
Dhibbaaf shan rukuta
Haadha trop hin yaadin
Akeektuu galma kootii
Waanuma vif barreessa
Last updated on May 3, 2024
Minor bug fixes and improvements. Install or update to the newest version to check it out!
Telechargé par
Angel Soyos
Nécessite Android
Android 5.0+
Catégories
Signaler
Walaloo Harmee
Mother Poems4.0 by SHEGER-SOFT
May 3, 2024