AKKAATAA SALAATA NABIYYICHAA (


5.0 par Ethiomapps
Feb 28, 2021 Anciennes versions

À propos de AKKAATAA SALAATA NABIYYICHAA (

Akkaataa Salaata Nabiyyichaa (scie) wuduu waliin barreeffamaan kan qopha'ee

Jechoolee gabaabduu sirna salaata Ergamaa Rabbii (saw) ibsuudhaaf kaa'amteedha. Ishee gara Muslimaafi Muslimtittii hundaatti dhiheessuun fedhe. Kunis akka namni ishee argu hunduu salaata keessatti Nabiyyichatti (saw) hidhachuudhaaf qabsaa'uufi. Ergamaan Rabbii (saw) ni jedhan: "akka anaa salaatuu na argitanitti salaataa." Bukhaariitu gabaase. Ibsa isaa gara nama dubbisuuttin dhiheessa.

Appii waa'ee salaataa ilaalchisee kun kan lammaffaa yeroo ta'uu innii jalqabaa fakkii waliin kan ta'ee dha. Haata'uu malee appii kun tartiiba isaa ibsaa gagabaafi ifaa ta'ee de kessattii kan qabatee dha. Hayyamaa mirgaa barreffamaa ilaalchise Islam House kan nuuf eyyammee yeroo ta'uu .Dubbistoonni ammoo du'aii kessaaniin nuun hinrafatinaa.

Informations Application supplémentaires

Dernière version

5.0

Telechargé par

Azzouzi Samir

Nécessite Android

Android 4.0.3+

Available on

Voir plus

Use APKPure App

Get AKKAATAA SALAATA NABIYYICHAA ( old version APK for Android

Téléchargement

Use APKPure App

Get AKKAATAA SALAATA NABIYYICHAA ( old version APK for Android

Téléchargement

Alternative à AKKAATAA SALAATA NABIYYICHAA (

Obtenir plus de Ethiomapps

Découvrir