Qormaataa fi Leenjii Konkolaac


4.0 par Ethiomapps
Feb 28, 2021 Anciennes versions

À propos de Qormaataa fi Leenjii Konkolaac

Appii qormaataa fi leenjii konkolaachisummaa de kessatti qabate.

Appii qormaataa fi leenjii konkolaachisummaa Afaan Oromoon qophessuuf kan nakakaase rakkoo balaa tiraafikaa heddummataa dhufee lubbuu namaa ballessuufi hanqinaa mootummaan hordoffii leenjii konkolaachisummaa irraattii qabuu xiqqachuu isaatii.Akkasumaas appiin Afaan Oromo'amatia daniisophabilee daniisophabilee danihahabilean qagauuummaa daniisophabilean qagauuaatii daniisophabilee daniiu abilee Hangaan dhalataa biyyaa kana ta'ettii rakkoolee hawaasaa furuun dhirqamaa koo waan ta'eef appii kana keessatti gafilee fillanno, dhugaa fi soba akkassumas mallattoolee daandii irraa walittii qabataan kitaaboota heddu dubbisuun kaan ammoo afaan amaaraa irraa hiikuun de itfula galcheeraaffo. Innii guddaan ammoo leenjii yaalii jalqabaa vidiyoo yutiiyubii irraa kanan ittii galchee yeroo tahuu konkolaachistota hundaaf bayyee gargaara dha. Dhummaa irrattis ogummaa konkolaachisummaa akkasumaas konkolaataan akkammitti dalagaa kan jedhuu vidiyoo youtiyubii ittii galcheen jiraa. Rakkooleen qubee yoo jiraatani, gaffifii deebii irraatti deebiin dogongoraa yoo jiraatees anii nama tokko emeelii kiyyaan bitneta@gmail.com na-qunnamaa galatoomaa.

Informations Jeu supplémentaires

Dernière version

4.0

Telechargé par

Ko Min Gyi

Nécessite Android

Android 4.1+

Signaler

Signaler comme inapproprié

Voir plus

Use APKPure App

Get Qormaataa fi Leenjii Konkolaac old version APK for Android

Téléchargement

Use APKPure App

Get Qormaataa fi Leenjii Konkolaac old version APK for Android

Téléchargement

Des jeux comme Qormaataa fi Leenjii Konkolaac

Obtenir plus de Ethiomapps

Découvrir